jajiweb
Menu
  • Jalqaba
  • waa'ee keenya
    • Ergama
    • Mul'ata
  • piroojeektii
  • nu qunnamuuf

side menu

  • Jalqaba
  • waa'ee keenya
    • Ergama
    • Mul'ata
  • piroojeektii
  • nu qunnamuuf

Haala Qilleensaa

Dambii waldaa Dubbisuuf

dm

Duudhaalee Waldaa BID

  • Iftoomina
  • Beekumsaa fi amantaan tajaajilu
  • Hirmaachisummaa
  • Ittigaaffatamummaa

 

Baay'inaan Dubbifaman

  • Dambii
  • Waldaan Keenya Bara darbee irraa kaasee deggarsa adda addaa taasisuun cinatti barattoota harka qalleeyyii 102 ta’an yuunifoomii fi Dabtara bituufin kan barsisaa jira.
  • Jalqaba
  • Ful.16,2012-Godina Shawaa Lixaatti hojiin tajaajila Lammummaa ammas cimee itti fufeera
  • Raawwii bara 2012 fi karoora bara 2013 kan waldaa Barattoota mana barumsaa ijaajjii duraaniitiin qophaa'e

Nu Qunnamuuf

 

Telegram:  https://t.me/EJAJI

Phone no.: 0937522110

CBE Acc:-  1000321602437

OIB Acc:-   3474380

Facebook:- https://www.facebook.com/Former-Ejaji-School-Students-Association-

Mataduree
Waldaan Barattootaa Mana barumsa Ijaajjii Duraanii Erga Hundaa'ee qaama seerummaa argatee Hojiiwwan gurguddoo hojjetaa jira. - Thursday, 04 March 2021 07:07
Raawwii bara 2012 fi karoora bara 2013 kan waldaa Barattoota mana barumsaa ijaajjii duraaniitiin qophaa'e - Thursday, 18 March 2021 12:07
Godinsa shawaa Lixaa Aanaa Iluu Galanittii waldaan barattoota mana barumsaa Ijjaajji duraanii barattoota maatii harka qalleeyyii 153 ta’aniif deeggarsha meesshaalee - Thursday, 04 March 2021 06:52
Waldaan Keenya Bara darbee irraa kaasee deggarsa adda addaa taasisuun cinatti barattoota harka qalleeyyii 102 ta’an yuunifoomii fi Dabtara bituufin - Thursday, 04 March 2021 06:49
Ful.16,2012-Godina Shawaa Lixaatti hojiin tajaajila Lammummaa ammas cimee itti fufeera - Thursday, 04 March 2021 06:44
  • 1.jpg
  • 2.jpg
  • 3.jpg
  • 4.jpg
  • 5.jpg
  • 6.jpg
  • 7.jpg
  • 8.jpg
  • 9.jpg
  • 10.jpg
  • 11.jpg
  • 12.jpg
  • hh.jpg
  • walta.jpg
  • walta1.jpg
Previous Next Play Pause

Baga Nagaan Gara Weebsayitii

waldaa MBID Nagaan dhuftan!

Aanaan Ilu Galaan magaalaa guddoo Naannoo Oromiyaa irraa fageenya KM 190 kan argamtu yoo kaabaan Aanaa Calliyaa, Kibbaan Aanaa Daannoo, Dhihaan Aanaa baakkoo Tibbee fi Bahaan Aanaa Middaa Qanyii kan danggeefamtuu yoo gareewwan dheerinni isaanii meetira 16 ol ta’an shan (5) fi lageen dheerinni isaanni kilomeetira ja’a(6) ol ta’an afur(4) kan qabudha. Akkasumas, haalli qilleensaa Baddaa, bada daree fi gammoojjii kan qabu dha.

Bosonnii Akka Aanaatti jiru hektara 4208.10 dha. Baayyinni uummataa Aanaa dhi. 42,143 dha. 43,863 waliigala 86,006 fi baayyini uumataa magaalaa dhi. 14,476, dha. 16,789 waliigala 31,265 ta’uu. kanneen keessa baayyinaan dargaggeessa. Magaalan Ijaajjii mana barumsaa sadarkaa tokkooffaa, sadarkaa lammaffaa fi piriparaatorri bara 1957 hundeeffame qaba. manni barumsaa meeshaalee barnoota dubatti hafaa fi kutaa barnoota dulomaa ta’een hojii baruu fi barsiisu kan gaggeessa jiruu ta’uun ni beekama. Kuniis hojii baruu fi barsiisu irratti dhibbaa guddaa kan geessisu ta’uun hubatameera

 

kaartaa ijaajjii

Daawattoota keenya

019681
Har'a
Kaleessa
Torbee Kana
Torbee Darbe
Ji'a kana
Ji'a Darbe
Guyyaa gutuu
99
96
286
19177
1253
997
19681

Your IP: 44.192.92.49
2023-05-31 19:36
Visitors Counter

Guyyaafi Sa'atii

Kaalaandarii

May 2023
SMTWTFS
123456
78910111213
14151617181920
21222324252627
28293031

Oduu Haaraa

  • Raawwii bara 2012 fi karoora bara 2013 kan waldaa Barattoota mana barumsaa ijaajjii duraaniitiin qophaa'e
  • Waldaan Barattootaa Mana barumsa Ijaajjii Duraanii Erga Hundaa'ee qaama seerummaa argatee Hojiiwwan gurguddoo hojjetaa jira.
  • Godinsa shawaa Lixaa Aanaa Iluu Galanittii waldaan barattoota mana barumsaa Ijjaajji duraanii barattoota maatii harka qalleeyyii 153 ta’aniif deeggarsha meesshaalee barnootaa qarshii kuma 39 ol ta’uu deeggareera .
  • Waldaan Keenya Bara darbee irraa kaasee deggarsa adda addaa taasisuun cinatti barattoota harka qalleeyyii 102 ta’an yuunifoomii fi Dabtara bituufin kan barsisaa jira.
  • Ful.16,2012-Godina Shawaa Lixaatti hojiin tajaajila Lammummaa ammas cimee itti fufeera
Designed by MY.